
Samad in the Desert: English - Oromo Bilingual Edition
Samad rád chodil ven.
Jeho snem bylo strávit celý den v poušti a koupat se v oáze. Vydejte se se Samadem na tuto dobrodružnou cestu, při které získal skvělé přátele a úžasné objevy.
Vydat se do pouště ještě nikdy nebylo tak zábavné. Saamaad gadi ba'ee deemuu baay'isee jaalata ture. Abjuun isaa guyyaa guutuu gammoojjii keessa ooluu, fi eela keessa bishaan daakuu ture.
Adeemsa isaa hiriyoota babbareedan horachaa argannoo nama ajaa'ibsiisu argachaa jiru irratti Saamaadiin faana deemi. Gara gammoojjii deemuun akka ammaa kanatti nama gammachiisee hin beeku.